Daandileen qilleensaa sirna to’annoo balalii xiyyaara 737 Max keessa biloonii laafuu danda’u akka sakkatta’aniif Booying gaafate. Kampaaniin Ameerikaa guddichi xiyyaarota omishu kun gosa xiyyaara ...