Weellisaa beekamaan Oromoo Haacaaluu Hundeessaa akka Itoophiyaatti Wiixata galgala sa’a 3:30 irratti rasaasaan rukutamee lubbuun isaa darbuu poolisii fi maddeen BBCn dubbisee mirkanneesan. Magaalaa ...
Albamni Artist Hacaaluu Hundeessaa sadaffaa guyyaa kaleessaa, Wiixata bakka maatii, jaallattoonnii isaa fi keessummoonni argamanitti magaalaa Finfinneetti eebbifameera. Walleewwan Haacaaluun yeroo ...